Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad Ittaanaa Pireezidaantii Mana Maree Biyyaalessaa Ce’umsa Sudaan waliin mari’atan

Finfinnee, Amajjii 18, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ittaanaa Pireezidaantii Mana Maree Ce’umsaa Birmadummaa Sudaan Mahaammad Hamdaan Daagaloo waliin mari’atan.

Uummanni Sudaan rakkooleesaanii furuuf dandeettii mataasaaniitti akka fayyadaman Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad  jajjabeessuu ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni mul’isa.

Daawwannaa hojiif guyyaa har’aa Sudaan kan galan Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Pireezidaantii Mana Maree Biyyaalessaa Ce’umsa Sudaan Abdulfattaa Al-Burhaan waliin mari’achuun isaanii kan yaadatamudha.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.