Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad, Itti aanaa Preezdaantii Mana Maree Ce’umsaa Birmadummaa Sudaan Jeneraal Mahaammad Umdaan Daagaaloon baga nagaan gara Ityoophiyaa dhufte jedhan

Finfinnee, Amajjii 14, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Itti aanaa Preezdaantii Mana Maree Ce’umsaa Birmadummaa Sudaan Jeneraal Mahaammad Umdaan Daagaaloon baga nagaan gara Ityoophiyaa dhufte jedhaniiru.

Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad fuula miidiyaa hawaasummaa hariiroo seenaa qabeessa ummattoota biyyoota lamaanii dinqisiifataniiru.

Itti aanaa Preezdaantii Mana Maree Ce’umsaa Birmadummaa Sudaan Jeneraal Mahaammad Umdaan Daagaaloon har’a Finfinnee galuun isaanii kan yaadatamuudha.

Turtii isaaniin hariiroo biyyoota lamaanirratti hoggantoota mootummaa olaanoo waliin ni mari’atuun eegama.

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.