Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad Simannaa Sudaanitti taasifameef galateeffatan

Finfinnee, Amajjii 18, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Simannaa Sudaanitti taasifameef galateeffataniiru.

Irra deebiin gara Sudaan deemuun uummata Sudaan gidduutti argamuu isaaniif gammaduu ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin ibasniiru.

Simannaa taasifameefiif Pireezidaantii Mana Maree Ce’umsa Birmadummaa Sudaan Abdulfattaa Al-Burhaaniin galateeffataniiru.

Adeemsa siyaasaa biyyattiin yeroo ammaa hordofaa jirtu Ityoophiyaan kan deeggartu ta’uu kaasaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.