Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad Somaaliyaa magaalaa Moqaadishoo galan

Finfinnee, Amajjii 24, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Waltajjii Naannawaa Baha Afrikaa Somaaliyatti gaggeeffamurratti hirmaachuuf magaalaa Moqaadishoo galaniiru.

Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Duula Al-Shabaab naannawaa Baha Afrikaarraa balleessuu cimsuuf waltajjii gaggeeffamurratti hirmaachuuf magaalaa Moqaadishoo galuu isaanii eerameera.

Kaayyoon marii hoggantoota kanneenii rakkoolee naannawichatti muudatuuf furmaata laachuuf ta’uu ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni mul’isa.

#Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.