Fana: At a Speed of Life!

MM Dr. Abiy Ahimad deeggarsi lammiileen ‘Maaddii Biyyaaf’ taasisaa jiran dinqisiisaadha jedhan

Finfinnee, Onkololeessaa 13, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad deeggarsi lammiileen ‘Maaddii Biyyaaf’ taasisaa jiran dinqisiisaadha jedhan.

Deeggarsi lammiileen ‘Maaddii Biyyaaf’ taasisaa jiran dinqisiisaadha. Hamma yoonaatti Doolaara Ameerikaa 283,378 warri daayaspooraa buusaniiru.

Dooktar Abiy Ahimad dhalattoota Ityoophiyaa waamicha biyyaa kanaaf deebii kennan keessaa dayaaspooraawwan 10 carraadhaan filannee baasiisaanii hunda dandeenyee, sagantaa ‘Maaddii Biyyaaf’ walakkaa ji’a Sadaasaatti gaggeeffamurratti akka argaman ni afeerra jedhan.

Hamma kennan caalaa kan kennaniif sababnii fi fakkeenyummaansaa guddaa ta’uu ibsaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.