Fana: At a Speed of Life!

MM Dr Abiy Ahimad giddugala hojii suphee “Insiraa” daawwatan

Finfinnee,Waxabajjii 18,2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad giddugala hojii suphee “Insiraa” daawwatan.
 
Daawwicharratti itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaa dabalatee hoggantoonni biroon argamaniiru.
 
Dooktar Abiy dubartoota hojicharratti bobba’an jajjabeessaniiru.
 
Giddugalichi baatii tokkotti ijaarramuun Sanbata darbe ebbifamuun ni yaadatama.
 
Dubartoota ogummichaan bobba’an kuma 1f bakka hojii fi iddoo gurgurtaa ta’uun tajaajilaa jira.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.