Fana: At a Speed of Life!

MM Dr Abiy Ahimad, Siriil Raamaafoosaa waliin mari’atan

Finfinnee, Bitootessa 23, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad preezdaantii Afrikaa Kibbaa Siriil Raamaafoosaa waliin mari’atan.

Waajjirri Muummee Ministiraa akka beeksisetti Dooktar Abiy preezdaanticha waliin bilbilaan mari’ataniiru.

Turmaata isaanii bilbilaatin weerara vaayrasii koroonaa qindoominaan ittisuurratti mari’ataniiru.

Weerarri vaayrasichaa dhiibbaa diinagdee uumuu malu dandamachuuf tumsi akka barbaachisus mari’ataniiru.

Sanaafis tumsi biyyoota Garee 20, Baankii Addunyaa fi Dhaabbata Maallaqaa Addunyaa kan barbaachisu ta’uu ibsaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.