Fana: At a Speed of Life!

MM Dr Abiy hoggansa caasaa federaalaa, naannoo fi godinaalee Kibbaa waliin mari’atan

Finfinnee, Adoolessa 6,2012(FBC)- Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hoggansa caasaa federaalaa, naannoo fi godinaalee Kibbaa waliin mari’atan.

Nageenya, misooma, gaaffilee gurmaa’inaa fi ijaarsa biyyaarratti mari’ataniiru.

Rakkoon gurmaa’inaa, misoomaa, fayyadamtummaa qixaa, fi gaaffileen walqixxummaa naannoo Kibbaa amma jala bultii jijjiirramaatti ka’aa turuu muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad ibsaniiru.

Rakkoo nageenyaa naannicha keessatti uumameef hoggansi itti gaafatama akka qabu ibsanii, gaaffilee naannichatti ka’aniif kallattiin furmaataa ni kaa’amaan eegama.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.