Fana: At a Speed of Life!

MMF Hagayya 12, 2014 Yaa’ii Ariifachiisaa ni gaggeessa

Finfinnee, Hagayya 10, 2014 (FBC) – Manni Maree Federeeshinii Kamisa dhufu Yaa’ii Ariifachiisaa kan gaggeessu ta’uu ibseera.
Yaa’ii Ariifachiisaa kanaan ajandaalee adda addaarratti mari’achuun murtoo ni dabarsaan kan eegamu ta’uu ragaan mana marichaarraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.