Fana: At a Speed of Life!

Mootummaan fayyadamummaa qaama miidhamtootaaf xiyyeeffannoon hojjechaa jira-Preezdaant Musxafee Mahaammad

Finfinnee, Sadaasa  24, 2014 (FBC)- Mootummaan fayyadamummaa qaama miidhamtootaa mirkaneessuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu Preezdaantiin naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammad ibsaniiru.

Guyyaan qaama miidhamtoota addunyaa sadarkaa addunyaatti yeroo 30ffaaf Ityoophiyaatti ammoo yeroo 29ffaaf magaalaa Jigjigaatti kabajameera.

Ministirri Ministeera dhimmoota dubartootaa fi hawaasumma Dooktar Ergoogee Tasfaayee akka himanitti, ayyaanicha Ityoophiyaa duula birmaddummaa biyyaa keessaa ta’uun kabajuun adda isaa taasisaa jedhaniiru.

Iyoonaadaab Andu’aaleemtu gabaase

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa

argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.