Fana: At a Speed of Life!

Mootummaan naannoo Hararii Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarse

Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC)- Mootummaan naannoo Hararii Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarseera.

Naannichi ergaa isaatiin birmadummaa biyyaa kabachiisuuf wareegama kaffalaa kan jiru miseensota Raayyaa Ittis Biyyaaf akkasumas miseensota nageenyaa naannichaan baga Ayyaana Masqalaa bara 2014 nagaan geessan jedhaniiru.

Uummanni kiristaanaa wayita ayyaanicha kabaju akkaataa Vaayrasii Koroonaa ittisuun danda’amuunii fi tooftaalee ittisaa isaa hojiirra akka oolchu mootummaan naannichaa waamicha dabarseera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.