Fana: At a Speed of Life!

Mootummaan naannoo Kibbaa fi Yuunvarsiitiwwan fooramii tumsaa hundeessuuf waltajjii marii gaggeessaa jiru

Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC) – Mootummaan naannoo Kibbaa fi Yuunvarsiitiwwan fooramii tumsaa hundeessuuf waltajjii marii magaalaa Walaayittaa Sooddootti gaggeessaa jiru.
Qopheessummaa Yuunvarsiitii Walaayitaa Sooddoon Fooramii gaggeeffamu kanarratti itti aanaa Preezdaantii Naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdaaw dabalatee hoggantoonni olaanoon federaalaa fi naannichaa argamaniiru.
Hayyoonni Yuunvarsiitii fi keessummoonni waamichi taasiifameef hirmaachuu isaanii Biiroon dhimmoota koominikeeshinii mootummaa naannichaa beeksiseera.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.