Fana: At a Speed of Life!

Morkiin darbii Kaaba Landan qixaan xumurame

Finfinnee, Fulbaana 13, 2016 (FBC) –Morkiin darbii Kilaboota masaanuu Kaaba Landan 194ffaan qixaan xumurameera.

Morkiin darbii Kilaboota Masaanuu kaaba Landan har’aa saatii 10:00 irraa eegaluun dirree Filaay Emireetiitti Arsenaalii fi Tootinhaam gidduutti taasiifame goolii lama qixa xumurameera.

Roomeeroon 26′ ofirratti, Saakaan 54′ irratti rukkuttaa addabbiin Arsenaaliif goolii tokko yoo galchuu,Son Heung 42′ fi 55′ goolii lama Tootanihaamiif galcheera.

Liivar Puul goolii 3 fi 1 Weest Haam yoon injifatu, Cheelsiin dirree isaarratti Astoon Viillaan goolii 1fi 0n injifatameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.