Fana: At a Speed of Life!

Muftii Hajii Umar Idiriis Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Eemireetota Araba Gamtoomanii waliin Mari’atan

Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa Muftii Hajii Umar Idiriis Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Eemireetota Araba Gamtoomanii Muhaammad Saalem Aal Raashiid  waliin Mari’ataniiru.

Marichaan hariiroo Eemireetonni Araba Gamtoomanii mana marichaa waliin qabu haala cimsuun  danda’amurratti mari’achuu ragaan Ityoophiyaatti Imbaasii Eemireetota Araba Gamtoomaniirraa argame ni muul’isa.

Naannoo Keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.