Fana: At a Speed of Life!

Naannichatti baatiwwan 10’n darban galiin Birriin biiliyoonni 3.5 ol walitti qabamuu ibsame

Finfinnee, Caamsaa 15, 2016 (FBC) – Naannoo Afaaritti baatiwwan kurnan darban galiin Birriin biiliyoonni 3.5 ol walitti qabamuu Biiroon Galiiwwaan naannichaa beeksiseera.
Galii naannichaa guddisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuun eerameera.
Hoggaana Biiroo Galiiwwan Naannicha Obbo Awwal Abduu, baatiwwaan 10’n darban galii Birrii biiliyoona 4 walitti qabuuf karoorfamee Birriin biiliyoona 3.5 ol walitti qabamuu ibsaniiru.
Galiin argame kan bara darbe yeroo walfakkatan yoo madaalame % 27 caalmaa qabaachuu ragaan Miidiyaa naannichaarraa argame ni mul’isa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.