Fana: At a Speed of Life!

Naannon Gaambeellaa sa’aa hojii jijjiire

Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) – Naannon Gaambeellaa sa’aa hojii jijjiire.
 
Waqtiin isaa ho’a ta’uu isaarraa kan ka’e Manni Maree Naannoo Gaambeellaa yeroo hojii geeddaruusaa ifoomsera.
 
Jijjiirraan sa’aa hojii naannichaa Gurraandhala 1,2012 kaasee baatii 3f kan turudha.
 
Haaluma kanaan jijjiirraan sa’aa kaa’ame ganama sa’aa 1:00 hanga 5:30, waaree booda sa’aa 10:00 amma 12:30 ta’uusaa beeksiseera.
 
Ho’inni; guyyaa digrii seeliishiyeesii 39 – 40.4, halkan ammoo digrii seeliishiyasii 21 – 23 ga’a jedhameera.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.