Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Afaaritti sagantaan beeksisa duula misoomaa ‘Yeleemaat Tiruufaat’ gaggeeffame

Finfinnee, Sadasa 5, 2015(FBC)- Naannoo Afaar magaalaa Awaashitti sagantaan beeksisa duula misoomaa ‘Yeleemaat Tiruufaat’ guyyaa har’aa gaggeeffameera.

Saganticharratti kan argaman Pireezidaantiin naannichaa obbo Awwal Arbaan, naannichi argama qabeenya uumamaa hedduu ta’uu kaasaniiru.

Biyyaafi uummata fayyadamoo qabeenyichaa taasisuuf qindoominaan hojjechuun barbaachisaa ta’uu ibsaniiru.

Obbo Awwal Arbaan hoggantoota olaanoo federaalaafi naannichaa waliin ta’uun oomishaalee qamadii gammoojjii, horsiisa lukkuu, beelladaafi qurxummii daawwataniiru.

Barakat Takkaallinyitu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.