Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Beenishaangul Gumuzitti duulli talaallii Vaayrasii Koroonaa eegale

Finfinnee, Sadaasa 13, 2014(FBC) – Naannoo Beenishaangul Gumuz Magaalaa Asoosaatti duulli talaallii Vaayrasii Koroonaa eegaleera.

Talaallichi guyyoota 10’f kan turu yoo ta’u, lammiilee kuma dhibba 1’f laachuuf hojjetamaa jiraachuu ragaan Ejansii Miidiyaalee naannichaarraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.