Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Gaambeellaatti hiriirri balaaleeffannaa garee Shorokeessaa ABUT gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Adooleessa 19, 2013 (FBC) – Naannoo Gaambeellaatti hiriirri balaaleeffannaa garee Shorokeessaa ABUT fi deeggarsa Raayyaa Ittisaa gaggeeffamaa jira.
Jiraattoonni naannichaa hiriira kanarratti hirmaatan ‘tokkummaan keenya shira shororkeessaan hin diigamu, Raayyaa Ittisaa cinaa ni dhaabbanna, nageenya keenya tokkummaan ni kabachiifanna’ dhaadannoo jedhu dageessisaniiru.
Hiriira balaaleeffannaa kanarratti kana argaman Preezdaantiin naannoo Gaambeellaa obbo Umood Ujuun shirri Shororkeessaa ABUT goonkuma hin milkaa’u jedhan.
Mootummaan naannichaa kallattii hundaan Raayyaa Ittisa Biyyaatiif deeggarsa barbaachisu kan taasiisu ta’uu kaasuu isaanii ragaan Waajjira Seekreetariyaat Preesii naannoo Gaambeellaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.