Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Kibbaatti baatiwwan jahan darban galiin Birriin biiliyoonni 8.9 walitti qabame

Finfinnee, Gurraandhala 5, 20015 (FBC) – Naannoo Kibbaatti baatiwwan jahan darban galiin Birriin biiliyooni 8.9 walitti qabamuu Biiroon Galiiwwanii naannichaa beeksise.

Walakkaa waggaa kanatti Birrii biiliyoona 9.2 walitti qabuuf karoorfamee Birrii biiliyoonni 8.9 walitti qabamuu Hogganaan biirichaa Obbo Yigillaxuu Hamzaan ibsaniiru.

Birriin walitti qabame kun kan bara darbee yeroo walfakkaatuun yoo madaalame Birrii biiliyoona 2.5 caalmaa qabaachuu ibsaniiru.

Malaakuu Gadiftu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.