Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Kibbaatti duulli Mioomsa sululaa eegalame

Finfinnee, Amajjii 14, 2014 (FBC) – Naannoo Kibbaatti duulli Mioomsa Sululaa bakka Preezdaantiin naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdaaw argamaniti godina Koonsotti eegalameera.
Hojii misooma Sululaa bara 2014 gaggeeffamu kanarratti kutaaleen hawaasaa garaagaraa miiliyoona 3 ol ta’an ni hirmaatuun eegama.
Sirna jalqabbii kanarratti Preezdaantii naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdaaw dabalatee hoggantoonni naannichaa olaanoon biroo argamaniiru jedhame.
Hojiin eeggumsa Biyyoo fi Bishaanii kun lafa hektaara kuma 2 fi 376 irratti kan hojjetamu ta’uu ragaan Biiroo Qonnaa naannichaarraa argame ni muul’isa.
Birihaanuu Bagaashawutu gabaase.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa Qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.