Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Oromiyaatti duulli arjoommi dhiiga guyyoota 15’f turu eegale

Finfinnee, Sadaasa 13, 2014 (FBC)- Duulli arjooma dhiigaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf guyyoota 15 turu naannoo Oromiyaatti eegalameera.

Duula kanaan biiroleen naannoo hanga gandaatti jiran keessatti hirmaachaa jiru.

Duulichi erga eegalamee guyyoota 4 lakkoofsisee jira kanaanis karoora qabame keessaa dhiiga % 45 walitti qabuun akka danda’ame Itti Gaafatamtuun komishikeeshinii Biiroo Eegumsa Fayyaa Oromiyaa Siistar Sa’aadaa Ahimad himaniiru.

Hanga ammaattis dhiiga Yuunitiin 474 walitti qabuun danda’ameera jedhaniiru.

Akka naannoo Oromiyaatti guyyoota 15 keessatti dhiiga Yuunitii 5600 walitti qabuuf hojjetamaa jira.

Yaaddessaa Geetaachootu Gabaase.

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.