Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Oromiyaatti sakatta’iinsi ho’ina qaamaa mana manarraa eegalameera

Finfinnee, Eebila 5, 2012(FBC) – Naannoo Oromiyaatti sakatta’iinsi ho’ina qaamaa mana manarraa eegalameera.

Mootummaan naannichaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuurratti hojjechaa jiraachuu sadarkaa itti aanaa preezidaantiitti hogganaan kilaastara hawaasummaa obbo Addisuu Araggaan ibsaniiru.

Obbo Addisuun akka beeksisanitti vaayrasicha to’achuuf sakatta’insi ho’ina qaamaa mana manatti taasifamu ogeeyyii fayyyatin eegalameera.

Ummatnis ogeeyyii fayyaa hojii kanarratti bobba’aniif tumsa barbaachisaa mara akka taasisu waamichi dhiyaatera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.