Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Uummattoota Kibbaa bakkeewwan garaagaraatti uummanni sagalee isaa kennaa jira

Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) – Filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaa naannoo kibbaatti gaggeeffamaa jiruun ummanni buufataalee garaagaraatti argamuun sagalee isaa kennaa jiraachuu ibsameera.
Haaluma kanaan godinootaa fi bulchiinsa magaalaa naannichaa garaagaraa keessatti uummanni gamtaan ba’ee sagalee isaa kennaa jiraachuu ibsameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.