Fana: At a Speed of Life!

Naannoon Beenishaanguul Guumuuz naannoo Tigraayiif Birrii miiliyoona 15 deeggarsa taasiise

Finfinnee, Gurraandhala 18, 2013 (FBC) – Bulchiinsi Mootummaan naannoo Beenishaanguul Guumuuz naannoo Tigraayiif Birrii miiliyoona 15 fi Ambulaansii 1 deeggarsa taasiiseera.
Naannoo Tigraay deebisanii dhaabuuf hojii mootummaan hojjechaa jiru cimsuuf bulchiinsi naannichaa deeggarsa kana taasiisuu ibseera.
Naannoon Beenishaanguul Guumuuz naannicha deebisee ijaaruuf hojii gara fuuladuraatti hojjetamu kan deeggaru ta’uu ibsuu isaa ragaan Biiroo Dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa Naannoo Beenishaanguul Guumuuz irraa argame ni agarsiisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.