Fana: At a Speed of Life!

Naannoon Gaambeellaa Koree Farra Malaanmaltummaa hundesse

Finfinnee, Sadaasa 23, 2015 (FBC )- Naannoon Gambellaa koree farra malaanmaltummaa hundesseera.

Naannichatti yakka malaanmaaltummaa ittisuu fi hirmaattota gochichaa itti gaafatamoo taasisuuf kan gargaaruu koree miseensoota 7 qabu hundeessuu ibsameera.

Koreen hundeffamees yakka malaanmaaltummaa bifa qindaa’een hojjatamuu hordofuun seeraatti akka dhiyaatan kan taasisu ta’uu ragaan Biiroo Kominiikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.

Koreen Naannnichaa kun dirqama itti kenname bahachuun bu’aa barbachisaa akka fiduuf hawaasni deeggarsa akka taasisuf waamichi dhiyaateera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.