Fana: At a Speed of Life!

Naannoon Kibbaa uffata seeraa humna addaa jijjiire

Finfinnee, Adooleessa 26, 2013 (FBC) – Naannoon Kibbaa uffata seeraa humna addaa jijjiiruu Komishiniin Poolisii naannichaa ibse.

Komishinichi har’a bakka miseensonni mana maree fi itti aanaan Preezdaantii naannichaa obbo Iristuu Yirdaaw argamanitti uffanni seeraa haaraan har’aa eegalee hojiirra akka oolu ifoomsuu ragaan Miidiyaa naannichaarraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.