Fana: At a Speed of Life!

Naannoon Ummattoota Kibbaa sanyii filatamaa Birrii miiliyoona 18 olitti tilmaamamu naannoo Tigrayiif deeggarsa taasiise

Finfinnee, Caamsaa 12, 2015 (FBC) – Mootummaan Naannoo Ummattoota Kibbaa sanyii filatamaa Birrii miiliyoona 18 olitti tilmaamamuu fi meeshaalee qonnaa garaagaraa naannoo Tigrayiif deeggarsa taasiiseera.

Sanyii filatamaa kuntaala kuma 1 fi 500 meeshaalee qonnaa garaagaraa kuma 3 fi 600 deeggarsa taasisuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii naannoo Ummattoota Kibbaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.