Fana: At a Speed of Life!

Naannowwan ollaa Oromiyaa fi Somaaleetti nageenyaa cimsuuf mariin gaggeeffame

Finfinnee, Amajjii 8, 2013 (FBC)- Naannowwan ollaa Oromiyaa fi Somaaleetti nageenyaa cimsuuf mariin gaggeeffameera.
Maricharratti itti aanaa preezdaantii naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammad, itti gaafatamaan waajjira Paartii Badhaadhinaa Oromiyaa Fiqaaduu Tasammaa dabalatee hoggantoonni hojii mootummaa biroo naannoolee lamaanii argamaniiru.
Marichi hariiroo ummattoota naannoo Oromiyaa fi Sumaalee giddu jiruu cimsuufi jedhameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.