Fana: At a Speed of Life!

Obbo Aganyaaw Tashaagar hoggantoota hojii garagaraaf muudama laatan

Finfiinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC)- Preezdaantiin mootummaa naannoo Amaaraa Obbo Aganyaaw Tashaagar hoggantoota hojii garagaraaf muudama laataniiru.
Bu’uuruma kanaan:-
1. Obbo Goshuu Indaalammaw sadarkaa preezdaantiitti gorsaa hariiroo ummataa.
2. Obbo Dassaaleeny Asiraddoo gorsaa addaa preezdaantii
3.Obbo Masfiin Abajjee gorsaa bu’uuralee misoomaa preezdaantiicha akkasusaamas aadde Kadijjaa Huseen sadarkaa biiroo itti aanaatti itti aantuu gorsituu damee gurmaa’insaa ta’uun muudamu isaanii ragaan waajjira Paaartii Badhaadhinaa naannoo Amaaraarra argamee ni muul’dhisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.