Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dammaqaa Makoonniin ergaa bage geessanii dabarsan

Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimmaa Alaa obbo Dammaqaa Makoonniin ergaa ayyaana Qillee baga geessanii dabarsan.
Obbo Dammaqaan hordoftoota amantichaa Ityoophiyaa fi biyya alaa keessa jiraatan maraan baga guyyaa ayyaana dhaloota Iyyasuus Kiristoosiin isin ga’e jechuun hawwii qaban ibsaniiru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.