Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dammaqaa Makonnin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Turki waliin mari’atan

Finfinnee, Fulbaana 13, 2015(FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonnin Ministira Ministeeraa Dhimma Alaa Turki Meeviluut Kaavuusoogiluu waliin mari’atan.

Anga’oonni lameen Yaa’ii Waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii 77ffaa Niwuyoorkitti gaggeeffamaa jiru cinaatti mari’achuu ibsameera.

Mariisaaniin, hariiroo gam-lamee biyyoota lameenii haala cimsuun danda’amurratti mari’achuu eerameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.