Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dammaqaa Mokonnin walga’ii Mana Maree Hojii Raawwachiitoota Addaa Gamtaa Afrikaa 21ffaa hirmaatan

Finfinnee, Sadaasa 23, 2013 (FBC) –Obbo Dammaqaa Mokonnin walga’ii Mana Maree Hojii Raawwachiitoota Addaa Gamtaa Afrikaa 21ffaa hirmaatan.
 
Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin walga’ii Mana Maree Hojii Raawwachiitoota Addaa Gamtaa Afrikaa 21ffaa hirmaataniiru.
 
Walga’ichi Ardii Afrikaatti daldala bilisaa fi dhaadannoo Gamtaa Afrikaa 2020tti “ Qawwee cufuu” haala hojiirra oolmaa isaarratti mari’atameera.
 
Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin walga’iicharratti Afrikaatti daldalli bilisaa faayidaa qabaachuu eeruun, hawaasummaa, diinagdee fi misoomaa Afrikaa guddisuu ni danda’aa jedhaniiru.
 
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
 
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
 
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
 
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
 
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
 
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.