Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dammaqaan aanaa Maqdalaatti giddugala da’umsa Haadholii ijaarrame eebbisiisan

Finfinnee, Amajjii 28, 2015 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Godina Kibba Walloo aanaa Maqdalaatti giddugala da’umsa Haadholii ijaarrame eebbisiisaniiru.

Sirna eebbicharratti hoggantoota godinaalee fi keessummoonni waamichi taasiifameef kan argaman ta’uu ragaan kominikeeshinii godinichaarraa argame ni mul’isa.

Obbo Dammaqaan eebbichaan booda hojiilee misoomaa kan daawwatan ta’uu eerameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.