Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dammaqaan Ministir Deettaa Ministeera Dhimma Alaa Emireetoota Araba Gamtoomanii waliin mari’atan

Finfinnee, Fulbaana 12, 2014 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministir Deettaa Ministeer Dhimma Alaa Emireetoota Araba Gamtoomanii Sheek Ahimad Bin Ahimad Alii waliin mari’ataniiru.

Aanga’oonni kunneen dhimmoota waloo biyyoota lamaanii ilaalchisee magaalaa Niwuu Yoorkitti mari’achuu isaanii ragaan Waajjira Itti aanaa Muummee Ministiraarraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.