Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dammissee Dullachaa Preezdaantii Mana Murtii waliigalaa naannoo Sidaamaa ta’uun muudaman

Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Sidaamaa Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 1ffaa gaggeesseen obbo Dammissee Dullachaa Preezdaantii Mana Murtii waliigalaa naannichaa taasiisuun muudeera.
Obbo Diingaamoo Diiddee ammoo itti aanaa Preezdaantii Mana Murtii waliigalaa naannichaa taasiisuun muudeera.
Manni marichaa muudama Preezdaantii fi itti aanaa Preezdaantii mana murtii waliigalaa kana sagalee guutuun raggaasiseera jedhame.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.