Fana: At a Speed of Life!

Obbo Musxafee Mahaammad diyaaspoorota dhalattoota naannichaa ta’an waliin mari’atan

Finfinnee, Amajjii 29, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad diyaaspoorota dhalattoota naannichaa ta’an waliin mari’atan.

Obbo Musxafeen diyaaspoorota dhalattoota naannichaa kaka’umsa mataasaaniin misooma naannichaarratti hirmaachuuf gara naannichaa dhufan galateeffataniiru.

Mootummaan naannichaa diyaaspoorota naannichaaf deeggarsa barbaachisaa kan taasisu ta’uu ibsuusaanii ragaan kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.

#Ityoophiyaa #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.