Fana: At a Speed of Life!

Obbo Ordiin Badiriin Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Kaanaadaa waliin mari’atan

Finfinnee, Caamsaa 2, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Hararii Obbo Ordiin Badiriin Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Kaanaadaa Isteefan Joobiin waliin mari’ataniiru.

Jilli Ambaasaaddar Isteefan Joobiiniin durfamu magaalaa Harar daawwachuu isaa Obbo Ordiin Badiriin dinqisiifataniiru.

Dhiyeessii bishaan dhugaatii, Turizimii, eeggumsa iddoolee seenaa qabeeyyii fi Godambaaleerratti tumsaan hojjechuuf walii galuu isaanii ragaan Biiroo Kominikeeshinii naannicharraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.