Fana: At a Speed of Life!

Obbo Qajeelaa Mardasaan Ityoophiyaatti Ambaasaddaara Poorchugaal waliin mari’atan

Finfinnee, Sadaasa 23, 2015 (FBC) – Ministiri Ministeera Aadaa fi Ispoortii Obbo Qajeelaa Mardaasaan Ityoophiyaatti Ambaasaddara Poorchugaal Luuyisaa Firaagoos waliin mari’atan.

Marii isaaniin, Aadaa ,Ispoortii, seenaa fi hariiroo biyyoota lameenii haala cimsuun danda’amurratti mari’ataniiru.

Ityoophiyaa fi Poorchugaal hariiroo waggoota heddu qabachuu kan ibsan Obbo Qajeelaan, hariiroo ture caalmaan itti fufsisuun akka barbachisu ibsu isaanii ragaan ministeericharraa argamee ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.