Fana: At a Speed of Life!

Obbo Shimallis Abdiisaan Buufata Raadiyoo Barnootaa Laga Daadhii eebbisuun hojii eegalchiisan

Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015(FBC)- Pireezedaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa Buufata Raadiyoo Barnootaa Laga Daadhii eebbisuun hojii eegalchiisan.

Buufatichi bakka Pireezedaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa, Hoogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dooktar Tolaa Bariisoo akkasumas Ambaasaaddarri Kooriyaa Kibbaa  Sokhii Kaang fi keessummoonni garaagaraa argamanitti eebbifamuun hojii eegaluu OBN gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.