Fana: At a Speed of Life!

Oromiyaatti dabalataan namoota 2 irratti vaayrasiin koroonaa argame

Finfinnee, Waxabajjii 4, 2012 (FBC) –Sa’aa 24 darbetti Oromiyaatti namoota 293f qorannoon laabraatoorii taasifameera.

Kana keessaa namoota 2 irratti vaayirasiin koronaa argameera.

Biiroon Eegumsa Fayyaa Oromiyaa akka beeksisetti hanga ammaatti naannichatti namoota 11,813 qorannaan taasifameera.

Kana keessaayis namoota 150 irratti vaayirasiin koroonaa argameera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.