Fana: At a Speed of Life!

Paarkiin Tokkummaa ogeessoota ijaarsa bakka jireenyaa bineeldootaaf gumaacha isaani bahataniif beekkamtii fi badhaasa laate

Finfinnee, Sadaasa 25, 2013 (FBC) -Paarkiin Tokkummaa ogeessoota ijaarsa bakka jireenyaa bineeldootaaf gumaacha isaani bahataniif beekkamtii fi badhaasa laate.
Paarkiin Tokkummaa ogeessoota ijaarsa bakka jireenyaa bineeldootaaf gumaacha isaani bahataniif beekkamtii fi badhaasa laachuu beeksise.
Oggeessoonni ijaarsa bakka jireenyaa bineeldootaa to’achuun, bineeldoota gara bakka jireenyaa isaaniif qophaa’etti glachuu fi leenjisuudhaani badhaasichi kan laatameefi.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.