Fana: At a Speed of Life!

Paartiin Badhaadhinaa hoggantoota dhaabbilee Federaalaa waliin mari’ataa jira

Finfinnee, Gurraandhala 15, 2013 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa gabaasa raawwii hojii walakkaa waggaa, imaammata Filannoo fi Maaniifeestoorratti hoggantoota dhaabbilee Federaalaa waliin marii taasiisa jira.
Paartichi raawwii ijaarsa dhaabbilee Federaalaa fi argannoo Suupparviizyinii walakkaa waggaarratti maria’chuun ciminaa fi hanqinoota turan adda baasuun kallattii fuula duraa kaa’uu isaa beeksiseera.
Waltajjicharratti hoggantoonni olaanoon sadarkaa Federaalaa hirmaachuu isaanii ragaan Waajjira Paartii Badhaadhinaarraa argame ni agarsiisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.