Fana: At a Speed of Life!

Paartileen Siyaasaa naannolee filannoo 160 irraatti komii dhiyeessan-Boordicha

Finfinnee, Waxabajjii 22, 2013 (FBC) –Paartileen Siyaasaa Paartileen Siyaasaa naannolee filannoo 160 irraatti komii dhiyeessuu Boordiin Filannoo Biyyoolessaa beeksiseera.

Walitti Qabduun Boordii Filannoo Biyyoolessaa aadde Birtukaan Midhaaksaa miidiyaaleef ibsa laataniiru.

Ibsa isaaniin paartiileen siyaasaa naannolee filannoo 160 irratti komii dhiyeessuusaanii ibsuun koomiin isaaniis aariitiin akka qulqulleeffaman himaniiru.

Adeemsa qulqulleessuurrattis komiiwwan bu’aa filannichaa jijjiiruu danda’aan yoo jiraataan, naannoleen irra deebiin filannoo itti gaggeeffaman akka jiraataan bu’uura seeraan ni beekna jedhaniiru.

Gama biraatin sanadoota bu’aa filannoo 942 boordiichi mirkaneessee uummataaf akka dhiyeessaa ibsaniiru.

Hanga ammattis sanaddoonni bu’aan filannoo 618 gara giddugalaa dhufaniiru jedhan.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf:-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.