Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddattoota Ityoophiyaa akkuma itti fufetti jira
Finfinnee, Muddee 22, 2012 (FBC) - Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddattoota Ityoophiyaa Istaadiyeemii Magariisaa Asallaatti gaggeeffamaa jiru oolmaa isaa guyyaa 3ffaan itti fufee jira.…