Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaanti Shii Jiinpiing Ameerikaa galan

Finfinnee, Sadaasa 5, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Chaayinaa Shii Jiinpiing yaa’ii tumsa Diinagdee Eeshiyaa Paassifik Sanfiraasikootti taa’amurratti hirmaachuuf Ameerikaa galaniiru.

Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidanis yaa’icharratti hirmaachuuf Sanfiraansiskoo galaniiru jedhame.

Pireezidaanti Shii Jiinpiingii fi Joo Baayida fuulaafi fuulatti wal arguun mariin taasiisan haalaan eegama.

Mariini isaan Yaa’ii kanarratti taasisaan akkaan eegamaa jiraachuu Reuters gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.