Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaantiin Somaaleelaand Museebbiihii Abdiin Finfinnee galan

Finfinnee, Mudde 21, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Somaaleelaand Museebbiihii Abdiin Finfinnee galaniiru.

Pireezidaanti Museebbiihii Abdiin wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee Itti Aanaa Ministira Muummee fi Ministira Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin simatamaniiru.

Saamu’eel Warqaayehutu gabaase

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.