Fana: At a Speed of Life!

Poolaandi goolii 2 fi 0n Saa’uud Arabiyaa injifatte

Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Taphni waancaa Addunyaa 22ffaan har’a Poolaandii fi Saa’uud Arabiyaa gidduutti taphatame olaantummaa Poolaandiin xumurame.

Piyootar Ziiliinskiin daqiiqaa 39ffaa fi Roobart Lewaandooskiin daqiiqaa 82ffarratti goolii tokko took galchaniin Poolaandi 2 fi 0n injifatteerti.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.