Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Saahilawarq Komishinar Juuttaa Urpiilaayinan waliin mari’atan

Finfinnee, Onkololeessa 16, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Gamtaa Awurooppaatti Komishinara Tumsa Idil addunyaa Komishinar Juuttaa Urpiilaayinan waajjira isaaniitti simachuun waliin mari’ataniiru.

Hariiroo bara dheeraa Ityoophiyaa fi Gamtaa Awurooppaa gidduu jiru ilaalchisee mari’achuu ragaan Waajjira Preezdaantii FDRI irraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.