Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Saahilawarq Preezdaantii Rootarii Intarnaashinaal waliin mari’atan

Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Preezdaantii Rootarii Intarnaashinaal Shakhaarii Meettaa waliin mari’ataniiru.
Dhimmoota deeggarsa Ittisa weerara vaayrasii koroonaa, waliin ga’iinsa barnootaa, kunuunsa naannoo fi ga’umsa dubartootaa dabaluu ilaallatanirratti mari’achuu ibsameera.
Preezdaant Saahilawarq deeggarsa dhaabbatichi hanga ammaatti taasiiseef galateeffachuun Proojektoota dabalataarratti akka hojjetan affeeraniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.